Siree Gubbaatti Dubartii Dhiiran Barbaadamtu 🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁

 Siree Gubbaatti Dubartii

  Dhiiran Barbaadamtu

🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁


◈ Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka  ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi.


➲ Qophooftuu: Walqunnamtii saaqalatiif dubartiin of qoqopheesitu filatamtuudha. Qaama ho'isuu, walqunnamtii saalaan dura taphoota adeemsifan irratti hirmaachuuf of qopheessuutu ishiirraa eegama.


➲ Open minded kan taate:  Rakkoo karaa salphaaan kan furtu. Rakkoon yoo jiraate bultii diigurra obsaan kan furtu. Yoo inni irree siree gubbaatti dadhabaa ta'e gadi baatee maqaa isaa xureessuu irra akka inni fooyya'uuf kan gargaartu dubartii filatamtuudha.


➲ Amala dubartummaa kan qabdu: Kuni murteessadha. Waan dubartii tokko irraa eegamu kan raawwattu. Akka dhiira humna fayyadamuu osoo hin taane sagalee dhageessisu, maqaa isaa waamuu. Walqunnamtii saalan dura mana bareessuu, nyaata qopheessuu fi haala mijataa walqunnamtii saalatiif kakaasu tolchuu. 


➲ Eeyyamamtuu: Akka inni godhe kan taatu. Wantoota haarawaa yaaluf kan of qopheessitu. Tooftaa dur raawwattee hin beekne yeroo inni yaalu eeyyamamuu fi gargaaruuf dubartiin tattaafattu yoomiyyuu dhiiran ni jaalatamti.


➲ Confidence kan qabdu: Dubartiin ofitti amanamummaa qabdu yeruma hunda barbaadamti. Qulqullooftee foolii gaarin kan dhiyaattu jaalatamtuudha. Qaama qullaa ishiitti kan hin qaanofne. Ibsaan akka ifu kan barbaaddu. Qaama ishii akka inni ilaalu kan gootu. Laaluu qofa miti akka inni tuttuqu kan barbaaddu dubartii jaalatamtuudha.

Comments

Popular posts from this blog

Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin

Qabxiiwwan Walqunnamtii saalaatin dubartii amma ishiin quuftutti fedhii baasuf tajaajilan

Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺