Qabxiiwwan Walqunnamtii saalaatin dubartii amma ishiin quuftutti fedhii baasuf tajaajilan

 Qabxiiwwan Walqunnamtii saalaatin dubartii amma ishiin quuftutti fedhii baasuf tajaajilan 

πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯


◈ Dubartii walqunnamtii saalatiin gammachiisuun gaaffii dhiiraa bara dheerati. Yeroo amma kana immoo dubartiin waan hunda waan beektuf dhiiratti qormaata cimaa bara kanaati. Dhiironni qofti maalinni nutis fedhii ba'uu qabna malee jechuun shamarran si'anaa gungummii dhageessisuu irraan kan ka'e dhiiratti mata dhukkubii cimaa ta'eera. Kanaaf tuffii fi gungummii dubartii jalaa baatee ishii walqunnamti saalatiin amansiisuf wantoota armaan gadii kana taasisi.


❶ Iddoo mijataa uumif  : Wantoonni ishee cinqan, yaaddessanii fi dhiphisan addaa addaa dursitee irraa balleessuu. Naannoo mijata, hin soodachifne uumuu. Waan hunda dagattee akka si waliin taphattu godhi.


❷ G-spot barbaadu : Jechi G-spot jedhu kan hiika A/Oromoo hin qabu. G-spot bakka fedhii dubartii baasan keessaa isa hangafa. G-spot kun eessatti argama? Qaama saalaa ishii keessatti argama. Hanga seentimeetira shani gadi siqee karaa gadii osoo hin taane karaa oliitin maxxanee argama. Qaamni saalaa dhiiraa duuban salphumatti bakka G-spot jedhamtu kana tuquu danda'a.


❸ Iddoo Qinxirii beekuu :  Tokko tokko guddaatee gubbatti mul'ata. Tokko tokko immoo hin mul'atu kessatti gadi jiraa. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin beekamneef sakatta'anii baruun murteessadha.


❹ Taphachiisi (foreplay) : Dubartiin kamiyyuu yeroo walqunnamtii saalaa akkuma daa'ima akkatti ishiin tapha jaalattu.osuma uffata hin baafannewaanuma nama hin quuqne irratti wajjiin taphachuu. Qaama saalaa kee uffatuma keessan ishiitty bubbuusi, itti rigiin, itti riiqadhu. Fedhii kee qofa ba'uuf akka ishii hin barbaanne itti agarsiisi. Mormaa fi gurra ishii qabiitii arraabi.Arraba kee arraba ishiitin cufiitii sirritti xuxuxuuxi (french kiss).


❺ Eessa akka geesse too'achaa deemi : Harka kee paantii ishii diigii keessa seensisi. Dabbasaa naannoo san jiru hohhooqi. Harka keetin gochoota gochaa turte saniif qaamni saalaa ishii jiidhuu ni agarta. Qaamni saalaa ishii balbala banee qaama kee simachuuf qophii xummuruu isaa ni hubatta. Dhamaatii rifeensa ishiirraa jalqabdee dhama'aa dhufte sun dakaa qaamni ishii jiidhun si simachuuf of qopheessuu isaa gaafa bartu xaarin kee akka sirrii ta'e barta.


❻ Qubaan raawwachuu (fingering) : Humnaan osoo hin taane suuta gubbumarratti gaaraa asi gadi rirriitun barbaachisaadha. Keessatti qdba kee jallisuun keessa oofun gaaridha. Yeroo quba lamaan keessa raawwattu quba aabbuuduutin immoo qinxirii tuttuuquudha. Ariitii kee dabalaa dursitee qubaan itti mi'eessuu dandeessa.


❼ Ishiirraa eegi : Dubartii fedhiin ishii dhufuuf yeroo heedduu akka itti fudhatu beekamadha. Kanaaf amma fedhii ishii muddutti, harkumaa fi arraba qofaan irra deemudha. Amma fedhiin mataa koree akka seensiftu si kadhatutti qaama saalaa kee itti dhiyeessuu hin qabdu. Sitti haa tolu!


❽ Dhaggeeffachuu : Dhaggeeffachuun gurraan osoo hin taane sochii ishiin taasistu hordofuudha. Yeroo fedhiin muddu dugdaan ol jechuu barbaaddi. Akka qaamni kee sirritti keessa seenu barbaaduu ishii waan mul'isuuf hanga dandeesse hundayyuu osoo itti hin hambifatin gara keessatti seensisuuf carraaqi.

Comments

Popular posts from this blog

Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin

Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺