Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

 Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf)

🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺


➲ Qophooftuu : Dubartii walqunnamtii saalaan dura of qoqopheessitu dhiirri ni jaalata. Qulqullinaa ishee eeggattee kan dhiyaattu, foolii gaarin isa kan simattu barbadamtuudha. Callisteetuma yeroo inni waamu kan fiigsu, isuma teessee qofa kan eegdu dhiirri baay'ee hin fedhu.


➲ Ofitti amanamummaa : Dubartiin ofitti amanummaa qabdu dhiiran ni jaalatamti. Qaama ishii fi qaama saalaa ishiitti kan hin qaanofne dhiirri ni jaalata. Nafsaala ishii akka barbaadetti akka inni ilaaluufii tuttuqu dubartiin taasiftu dhiiran baay'ee kabajamti. @firaaf media


➲ Eeyyamamtuu : Rakkoon yoo jiraate mariin kan furtu. Inni yoo siree irrattirree dadhabaa ta'e dubartii gadi baatee isa odeessitu osoo hin taane raakkicha furuuf kan tattaafattu dhiirri baay'ee jaalata, kabaja.


➲ Amala dubartummaa : Walqunnamtii saalaan dura fi booda nyaata qopheessitee laachufii, mana qulqulleessuu, iddoo ciisichaa itti raawwatamu dubartiin babbareessuu jaalattu dhiira biratti walqunnamtii saalaatiif filatamtuudha


➲ Dhungoo (Kissing) : Dubartiin callisteetuma hidhii ishii qofa isa jala qabuu osoo hin taane ofiifis muuxannoo dhungoo horachuun ofiifis kan barbaaddee kiss gootu dhiirri dubartii akkasii waliin raawwachuuf ni qophaa'a. Kanaaf shaakaluun muuxannoo isaa bareefachuun dubartii irraa ni eegama.


➲ Sochootuu : Yeroo raawwatamu dubartiin callistee dhiira jala diriirtee ciistu baay'uma hin haawwatamtu. Dubartiin sochii taasiftu, sosocho'aa isa gargaartu, sagalee kan dhageessiftu, kan aaddu, yeroo raawwatamu dubartiin maqaa isaa wawwaamtu baay'ee waan isa  si'eessituuf yeruma hunda dubartii akkasii waliin raawwachuun baay'ee isa gammachiisa. @firaaf media


➲ Akkaataa ciisichaa : Dubartiin kallattiin ittiin raawwatamu akka jiijjiiramuuf qophooftuu taate baay'ee barbaadamti. Poosishiinii isaaf toluuf kan eeyyamamtu, akkasumas kan ofii ishiitif jaalattu kan dubbatattu, ofii ishiitifis kan raawwattuu dhiirri ishii dhiisee dubartii biraa garagalee hin ilaalu.

Comments

Popular posts from this blog

Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin

Qabxiiwwan Walqunnamtii saalaatin dubartii amma ishiin quuftutti fedhii baasuf tajaajilan