Siree Gubbaatti Dubartii Dhiiran Barbaadamtu 🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
Siree Gubbaatti Dubartii Dhiiran Barbaadamtu 🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁 ◈ Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi. ➲ Qophooftuu: Walqunnamtii saaqalatiif dubartiin of qoqopheesitu filatamtuudha. Qaama ho'isuu, walqunnamtii saalaan dura taphoota adeemsifan irratti hirmaachuuf of qopheessuutu ishiirraa eegama. ➲ Open minded kan taate: Rakkoo karaa salphaaan kan furtu. Rakkoon yoo jiraate bultii diigurra obsaan kan furtu. Yoo inni irree siree gubbaatti dadhabaa ta'e gadi baatee maqaa isaa xureessuu irra akka inni fooyya'uuf kan gargaartu dubartii filatamtuudha. ➲ Amala dubartummaa kan qabdu: Kuni murteessadha. Waan dubartii tokko irraa eegamu kan raawwattu. Akka dhiira humna fayyadamuu osoo hin taane sagalee dhageessisu, maqaa isaa waamuu. Walqunnamtii saalan dura mana bareessuu, nyaata qopheessuu fi haala ...