Posts

Showing posts from January, 2022

Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

 Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf) 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ➲ Qophooftuu : Dubartii walqunnamtii saalaan dura of qoqopheessitu dhiirri ni jaalata. Qulqullinaa ishee eeggattee kan dhiyaattu, foolii gaarin isa kan simattu barbadamtuudha. Callisteetuma yeroo inni waamu kan fiigsu, isuma teessee qofa kan eegdu dhiirri baay'ee hin fedhu. ➲ Ofitti amanamummaa : Dubartiin ofitti amanummaa qabdu dhiiran ni jaalatamti. Qaama ishii fi qaama saalaa ishiitti kan hin qaanofne dhiirri ni jaalata. Nafsaala ishii akka barbaadetti akka inni ilaaluufii tuttuqu dubartiin taasiftu dhiiran baay'ee kabajamti. @firaaf media ➲ Eeyyamamtuu : Rakkoon yoo jiraate mariin kan furtu. Inni yoo siree irrattirree dadhabaa ta'e dubartii gadi baatee isa odeessitu osoo hin taane raakkicha furuuf kan tattaafattu dhiirri baay'ee jaalata, kabaja. ➲ Amala dubartummaa : Walqunnamtii saalaan dura fi booda nyaata qopheessitee laachufii, mana qulqulleessuu, iddoo ciisichaa itti raawwatamu dubartiin babb