Posts

Showing posts from March, 2022

Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin

Image
 Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ◈ Dhiironni baay'een  dubartii (hudduu/boroo/fagaara/teessuma/taa'aa) guddaa qabdu yeroo argan walqunnamtii saalaa waliin raawwachuuf hawwii guddaa qabu. Garuu akkamittin wajjiin raawwadha jedhanii yaadun waan hin oolle. Qaama saalaa ishii eessan bira ga'uu? Ulfaatinni ishii faa nama sodaachisa. ◈ Dubartiin boroo guddaa qabdu ishii qal'oo caalaa qaama saalaa dhiphaa waan qabduuf walqunnamtii saalaatiif mijattuudha. Sababni isaas naannoo sanitti foon waan kuufamuuf qaama saalaa ishii ni dhiphisa. Dhirris dubartii akkatti isa gammachiiftu tana fedhii ishii eeguu qaba.  Akkaataa ciisichaa (sex position) dubartii furdoof ta'u fayyadamuun gaaridha. ➲ Doggy style : Kuni poosishiinii dubartii furdoo fi boroo guddaa qabdu kamuufuu baay'ee mijataadha. Yeroo ishiin gadi jettee jilbeeffattu foon naannoo qaama saalaa jiru gara dugdaatti waan ol sassaabbamuuf haaluma salphaan raawwachu